Professional Documents
Culture Documents
JAMIILAA QAASIIM
WAXABAJJII, 2017
DIILLAA
QACEESSAA QABIYYEE WEEDDUU ATEETEE GODINA ARSII AANAA
XIYYOO
WAXABAJJII, 2017
DIILLAA
YUUNIVARSIITII DIILLAA
KOREE MIRKANEESSITOOTAA
WAXABAJJII, 2017
DIILLAA
BAAFATA
QABIYYEE FUULA
Galata -----------------------------------------------------------------------------------------
Axereeraa----------------------------------------------------------------------------------------------------
BOQONNAA TOKKO
1 Seensa
BOQONNAA LAMA
2 SAKATTA’INSA BARRUU
BOQONNAA SADII
MALA QORANNICHAA
BOQONNAA AFUR
4.1.Seensa -------------------------------------------------------------------------------------
BOQONNAA SHAN
5Cuunfaa,Argannoo fi Yaada Furmaata ------------------------------------------------
WABIILEE
DABALEE A
DABALEE B
DABALEE
Galata
Hunda dursee bu’aa ba’ii jireenya hedduu keessa na dabarsee asiin na gahee rabbii guddaa
galanni haa gahuu alhamulillaah.yeroo ani qorannoo kana gaggeessuu maallaqaanis ta’e
yaaadaan hanga ammaatti kan na gargaaran haadha koo Zamzam Adam, Abbaa koo Qaasiim
Hiikoo fi obbooleewwan guddaa galateeffadha. Akkasumas gorsaa koo k an ta’e B/saa Alii
Kadiir nufii tokko malee, haala gaariin gorsa naaf kenne akkaataa qorannoo kun itti dalagamuu
kan karaa na qajeelche galanni isa guddaa hanga hin qabu.Akkasumas hiriyyaa too Madiinaa
Daddafoo yaadaanis ta’e kompitaraan na gargartee fi Namoota galmaa gahiinsa qorannoo
kanaatiif odeeffannoo qabatamaa fi barbaachisaa ta’e naaf kennan akkasumas, Waajira Aadaa fi
Turiziimii magaalaa Asseella tumsa guddaa waan naaf gootanii galanni koo guddaadha.
AXEEREERAA
Qorannoo kun kan gaggeeffamu Godina Arsii Aanaa Xiyyoo irratti, Qaacceessa qabiyyee
weedduu ateetee xiinxaluudha. Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan qabiyyee Weedduu
ateetee qaacceessuun kan dhiyeessuudha.Qorattuun qorannoo kanaas mala qorannoo akkamtaati
Fayyadamuun maanguddootaa fi namoota maalummaa ateeteefiweedduu ateetee beekan gosoota
iddattoo miti carraa kaayyeeffatamaa (purposive sampling)dhaan namoota kudhan filachuun
odeeffannoon funaannama qaacca’uun dhiyaateera.Qorannoo kana galmaan ga’uuf meeshaalee
funaansa ragaa kanneen akka afgaaffii, marii garee xiyyeeffannoo fi sakatta’aa galmee
(document review) fayyadameera.Kanaaf,argannoo qorannoo kanaas, weedduu ateetee mirga
dubartootaa eegsiisuu keessatti,tokkummaa cimsuu, safuu,duudhaa fi aadaa hawaasa eeguu
kessatti gahee guddaa yookiin humna cimaa qabachuufi dubartii heerumte qofaan kan
weeddifamu ta’uu bira gahameera. Akkasumas yaada furmaata qorannoo kan namoota duudhaa
ofi dagatanii kan ormaa duuba kataniif hubannoo cimaa ta’e argachuu ni danda’u.Kanaafuu
duudhaa hawaasa keenyaaf iddoo guddaa osoo kennineefi garummaa qabaata.
Wabiilee
Abarraa Nafaa. (1995).Wiirtuu jildii 7ffaa. Barruulee Qormaata fi Waaltina Afaan Oromoo.
Finfinnee. Biiroo Aadaa fi Turiiziimii
YUUNIVARISIITII DIILLAA
YUUNIVARSIITII DIILLAA
YUUNIVARSIITII DIILLAA
Ceesisa
Sinbirreen kuftee
Ceesisa
Waaqa laftillee
Hanfalaa teephaa
Araara’oo maraaraa’oo
IBSA MIRKANEEFFANNAA
Ani maqaa fi mallattoo koo armaan gaditti argamu qorannoon kun anaan kan hojjatame yoo ta’u,
hojii nama biro irraa kan hin gara galfamneedha.Wabiilee qorannoo kanaaf fayyadame hundaa
galateeffadheera.
Maqaa __________
Mallattoo________
Guyyaa__________
Waraqaan kun ana gorsaa yuunivarsiitii erga mirkanaa’ee booda qormaataaf kennamee jira.
Maqaa_____________
Mallattoo____________
Guyyaa______________